Shape

Day: May 12, 2024

Dhuguma Yesuus dilii(cubbuu) hin dalaginii?

Alamaayyahu;-kitaaba Qulqullus tahee Qur’an keessattis bakki takka ta Yesuus dilii(cubbuu) dalage jettu hin jirtu! Arab;- MashaaAllah! Qur’aanas Qaraatee (dubbistee) jirtaa? Alamaayyahu;-hin Qaraane (hin dubbisne) yeroo Mahbara Quddusaanonni barsiisan suuraa(boqonnaa) tokko tokko jalaa Qabadhe (barreeffadhe). Arab;-Buruk isin hoo? Buruk faan;- eeyyee nutis akkamu isaati! Arab;- wangeela Luqaas