“ተሕሪፍ” تَحْرِيف
“ተሕሪፍ” تَحْرِيف በአላህ ስም እጅግ በጣም ሩኅሩህ እጅግ በጣም አዛኝ በሆነው፡፡ 1-ተሕሪፍ ምን ማለት ነው ? 2-ቁርዓን ስለ ተሕሪፍ ምን ይላል ? 3-ነቢያችን ስለ ብርዘት ምን አሉ ? 4-ቀደምት ሙስሊም ሊቃውንት ስለ ተሕሪፍ ምን ይላሉ ? 1⃣ “ተሕሪፍ” تَحْرِيف ማለት “ብርዘት” ማለት ሲሆን የቃለትን ብርዘት “Textual
“ተሕሪፍ” تَحْرِيف በአላህ ስም እጅግ በጣም ሩኅሩህ እጅግ በጣም አዛኝ በሆነው፡፡ 1-ተሕሪፍ ምን ማለት ነው ? 2-ቁርዓን ስለ ተሕሪፍ ምን ይላል ? 3-ነቢያችን ስለ ብርዘት ምን አሉ ? 4-ቀደምት ሙስሊም ሊቃውንት ስለ ተሕሪፍ ምን ይላሉ ? 1⃣ “ተሕሪፍ” تَحْرِيف ማለት “ብርዘት” ማለት ሲሆን የቃለትን ብርዘት “Textual
There is no excerpt because this is a protected post.
QULQULLINNA UFFATA NABIYYII KEENYAA (SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM) KUTAA LAMMAFFAA. 2. Hadiisni kiristaanonni fidatan kan sunan ibni maajah 537 irratti argamu, hadiisa waa’ee akkaataa qulqulleeffannaa ibsuudha, akkuma beekamu barreessitoonni hadiisaa hedduun isaanii, kitaaba isaanii kan ittiin jalqaban boqonnaa qulqulleeffannaati (كتاب الطهارة) (the chapter of purification), bu’uuruma kanaan
QULQULLINNA UFFATA NABIYYII KEENYAA (SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM) KUTAA TOKKOFFAA. Akka kiristaanonni naamusa hin qabne tokko tokko jedhanitti, aa’ishaan uffata nabiyyii Muhammad (sallallaahu aleyhi wasallam) irraa bishaan sanyii kormaa rigdee miicciti jedhan. Isa kanaaf ammoo hadiisa ibnu maajah lakk. 537 akka ragaatti dhiyeeffatan. Wanti yyadni kun itti
KUTAA 3ffaa. Ammas gaafii isaan kaasantu jira, innis akkamitti malaa’ikaan bifa namaatiin dhufuu danda’a? kan jedhuudha. Deebiin kanaas macaafuma isaanii keessas jira, garuu isaan macaafa dubbisuu osoo hin taane qabatanii shubbisutti amanu. daani’el 9:21. ”dubbii kanaan kadhachaa utuun jiruu, gabri’el inni nama fakkaate ani duraan mul’atatti
KUTAA 2FFAA. Jibriil gaafa dura nabiyyii keenyatti dhufu qabeenii isaan barsiisee deeme, yeroo lammaffaatti gaafa itti dhufu garuu bifa isaatiin itti mul’atee ture, isa kanaaf ammo ragaan. HADIISA BUKHAARII LAKK. 4. أَنَّ جَابِرَ بْنَ عَبْدِ اللَّهِ الأَنْصَارِيَّ، قَالَ: وَهُوَ يُحَدِّثُ عَنْ فَتْرَةِ الوَحْيِ فَقَالَ فِي حَدِيثِهِ:
KUTAA TOKKOFFAA DEEBII DUBBII SOBAA KIRISTAANONNI DUBBATANIIF. Akkuuma beekamu yeroo hedduu kiristaanonni dubbii sobaa facaasu, yeroo garii ammo yaada jibba qofaan guutameen ka’anii islaamummaa irratti kijiba labsu, akkuma amantii isaanii keessatti dubbii rabbi dabsuudhaan waaqa baay’isan, islaamummaa keessattis barsiisa haaraa kijibaan guutame facaasuuf dhama’u. Garuu islaamummaan
Kaasahun;-Yesus ilma waaqaati! Malee ilma namaatii miti, Wangeela Yohaannis boqonna 3 lakkofsa 16 Waaqni biyya lafaa kana akkaan waan jaalateef Ilma isaa tokkicha kenne jedha kanaafu Yesus Ilmawaaqaa ti! Arab;- Isin kiristaana duras ummanni biraa, kan waaqni ilma qaba jedhan
Alamaayyahu;-kitaaba Qulqullus tahee Qur’an keessattis bakki takka ta Yesuus dilii(cubbuu) dalage jettu hin jirtu! Arab;- MashaaAllah! Quraanas Qaraatee (dubbistee) jirtaa? Alamaayyahu;-hin Qaraane (hin dubbisne) yeroo Mahbara Quddusaanonni barsiisan suuraa(boqonnaa) tokko tokko jalaa Qabadhe (barreeffadhe). Arab;-Buruk isin hoo? Buruk faan;- eeyyee nutis akkamu isaati! Arab;- wangeela Luqaas
Arab;- Iissaan (a.s) Fuudhus fuudhuu baatus nuti Muslimoota nun dinqisiisu Sabaabanis <<Suuraa Al Rakgdii boqonna 13 lakko 38 <> Fuudhuufi ilmas argachuun, sunnaa(karaa) Anbiyoota Rabbiiti, san jechuun kiyya ammoo Iissan (a.s) fuudhe jechuu kiyyaa miti,Garuu fuudhus nun dinqisiisu jechaan jira. Alamayyahu;-Iyyasuus dilii(cubbuu) irraa qulqulluudha, akkamitti jaartii