Shape

Month: March 2025

Yesuus Rabbiin Akka Gabbaru Bible irraa ragaawwan muraasa

() Yesuus Gabricha Rabbii ta’uunsaa ifaan ifatti macaafa kessatti dubbatameera. Yesuus halkanii fi guyyaa keessattis kadhannaa gooftaa isaatiin akka dhaabbachaa ture macaafni ni dubbata. Haa ta’u malee; hubannoon kiristaanota hedduu faallaa kanaati.  Inni gabricha Gooftaa tokkichaati. Yesuus yoo Gooftaa kan ta’u taate, Gooftaan inni waaqqeffataa ture

Eenyummaa Nabi muhammad saw

  Nabi Muhammadiin ﷺ Ergamoota biraa irraa maaltu adda isaan taasisa ? 1. RABBIIN Nabiyyii Aadam irraa jalqabee jiran hunda yoo Nabi Muhammad [S.A.W] yeroo isaanii keessatti ergaman itti amanuu fi isa hordofuu waadaa seensise. 2. RABBIIN guddaan badii isaanii isa duraa fi isa boodaas dhiiseefii

Macaafni Qulqulluun Guutuun isaa jecha Rabbii ta’uu danda’aa?

Macaafni qulqulluun jecha Rabbii ta’uu ni danda’aa? Macaafni qulqulluun jecha Rabbii ta’uu ni danda’aa jennee yemmuu qorannutti, dubbii Rabbii ta’uun isaatuu haa hafuu eenyummaan barreessitoota isaatuu akka hin beekkamne dubbannee dabarsinee jirra. Ammas kitaabni kun akka maqaa isaa qulqulluu osoo hin taane, kitaaba haqamaa fi laaqama

Bible Keessatti Waaqayyoon inni Dhugaa Isa kami?

Assalaamu alahikum warahmatullaahi wabarakaatuh Kiristaanonni “Waaqni keessan meeqa” jedhamee gaaffii yoo isaan gaafatame, afaan isaaniitiin “Waaqni keenya tokko” jedhanii deebisu. Garuu “waaqni tokkichi sun eenyu”? Yoo jennee gaafanne waaqa sana himuuf hedduu rakkatu. Sababni isaas faallaa macaafa isaanii deemanii sillaasee yookiin sadan waaqa tokko kan jedhu

“ Yesus Kiristos gara samii ul-fuudhamuu”.

“Yaa abbaa, kun akka fedha kee yoo ta’e, xoofoo dhiphinaa ani fudhachuudhaaf jiru kana ana irraa fuudhi; garuu akka ani jaalladhe utuu hin ta’in; akka ati jaallatte haa ta’u! jedhe. “Yommus ergamaan Waaqayyoo tokko isa jajjabeessuudhaaf waaqa irraa itti mul’ate. Muddama isaa keessattis ittuma cimsee kadhate;

የሐፍስ ቂርኣት ተዓማኒ አይደለምን ?

የሐፍስ ቂርኣት ተዓማኒ አይደለምን ? ከዓሲም ኢብን አቢ ነጁድ ተማሪዎች መካከል አንዱ የሆኑት ኢማሙ ሐፍስ ኢብኑ ሱለይማን በሐዲስ ሊቃውንት ዘንድ መትሩክ በመሆኑ የእርሱ የቁርኣን ንባብ ተዓማኒ አይደለም በማለት የሙርተዶችን ተራ ክስ የሚያራግቡ ክርስቲያን ሚስዮናውያን ዛሬ ላይ እንደ መከራከሪያ ነጥብ ሲያነሱት ይታያሉ። እንደው የሐፍስ ሪዋያ ተዓማኒ አይደለም