Shape

Day: March 16, 2025

Bible Keessatti Waaqayyoon inni Dhugaa Isa kami?

Assalaamu alahikum warahmatullaahi wabarakaatuh Kiristaanonni “Waaqni keessan meeqa” jedhamee gaaffii yoo isaan gaafatame, afaan isaaniitiin “Waaqni keenya tokko” jedhanii deebisu. Garuu “waaqni tokkichi sun eenyu”? Yoo jennee gaafanne waaqa sana himuuf hedduu rakkatu. Sababni isaas faallaa macaafa isaanii deemanii sillaasee yookiin sadan waaqa tokko kan jedhu

“ Yesus Kiristos gara samii ul-fuudhamuu”.

“Yaa abbaa, kun akka fedha kee yoo ta’e, xoofoo dhiphinaa ani fudhachuudhaaf jiru kana ana irraa fuudhi; garuu akka ani jaalladhe utuu hin ta’in; akka ati jaallatte haa ta’u! jedhe. “Yommus ergamaan Waaqayyoo tokko isa jajjabeessuudhaaf waaqa irraa itti mul’ate. Muddama isaa keessattis ittuma cimsee kadhate;

የሐፍስ ቂርኣት ተዓማኒ አይደለምን ?

የሐፍስ ቂርኣት ተዓማኒ አይደለምን ? ከዓሲም ኢብን አቢ ነጁድ ተማሪዎች መካከል አንዱ የሆኑት ኢማሙ ሐፍስ ኢብኑ ሱለይማን በሐዲስ ሊቃውንት ዘንድ መትሩክ በመሆኑ የእርሱ የቁርኣን ንባብ ተዓማኒ አይደለም በማለት የሙርተዶችን ተራ ክስ የሚያራግቡ ክርስቲያን ሚስዮናውያን ዛሬ ላይ እንደ መከራከሪያ ነጥብ ሲያነሱት ይታያሉ። እንደው የሐፍስ ሪዋያ ተዓማኒ አይደለም