Shape

Author: Abdulfattah Kadiir

  • Home
  • Author: Abdulfattah Kadiir

YESUUS KIRISTOOS EENYU?

YESUUS KIRISTOOS EENYU? “Yesuus Kiristoos uumama malee uumaa miti”. 1. Qorontos 2ffaa 1: 3“Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaa araara hundumaaf, Waaqayyo jajjabina hundumaaf galanni haa ta’u!” 3 የርኅራኄ አባት የመጽናናትም ሁሉ አምላክ የሆነ የጌታችን የኢየሱስ ክርስቶስ አምላክና አባት ይባረክ። Efesoon 1: 3 “Waaqayyoof, abbaa

YESUUS KIRISTOOS EENYU?

YESUUS KIRISTOOS EENYU? ………………………………………… “Yesuus Kiristoos uumama malee uumaa miti”. 1. Qorontos 2ffaa 1: 3 “Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaa araara hundumaaf, Waaqayyo jajjabina hundumaaf galanni haa ta’u!” “የርኅራኄ አባት የመጽናናትም ሁሉ አምላክ የሆነ የጌታችን የኢየሱስ ክርስቶስ አምላክና አባት ይባረክ።” — 2ኛ ቆሮ 1፥3

YESUUS KIRISTOOS EENYU? 

YESUUS KIRISTOOS EENYU? Kutaa 2ffaa “Yesuus Kiristoos uumama malee uumaa miti”. 1. Qorontos 2ffaa 1: 3 “Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaa araara hundumaaf, Waaqayyo jajjabina hundumaaf galanni haa ta’u!” Efesoon 1: 3 “Waaqayyoof, abbaa gooftaa, keenyaa Yesus Kristos isa karaa Kristos eebba hafuuraa hundumaan,

GARAAGARUMMAA WAAQAYYOO FI YESUUS JIDDUU JIRU

1 GARAAGARUMMAA WAAQAYYOO FI YESUUS JIDDUU JIR Kutaa 1ffaa 1:- Waaqayyo namaa miti. Hosee’a 11:9 “Ani dheekkamsa koo isa boba’aa gad hin dhiisu, deebi’ee Efreemin hin balleessu; ani Waaqayyoo dha malee, nama miti; ani isa qulqulluu si gidduu jiruu dha, ani ija aariitiin hin dhufu.” :-

Barsiisa Iyyasuus kiristoos

Barsiisni Iyyasuus kiristoos maal ture? Xiyyeeffannoon guddaan barsiisa Iyyasuus kiristoos, waa’ee Tokkochummaa Rabbii akka ta’e Qur’aanaa fi macaafa keessattis dubbatamee jira. Mee haa ilaalluu! ” Yesus deebisee, “Inni hundumaa irra caalu, ‘Dhaga’i, yaa Israa’el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha. ” (Wangeela Marqoos 12: 29)