Shape

Category: Amantaa Lamaan

YESUUS KIRISTOOS EENYU?

YESUUS KIRISTOOS EENYU? “Yesuus Kiristoos uumama malee uumaa miti”. 1. Qorontos 2ffaa 1: 3“Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaa araara hundumaaf, Waaqayyo jajjabina hundumaaf galanni haa ta’u!” 3 የርኅራኄ አባት የመጽናናትም ሁሉ አምላክ የሆነ የጌታችን የኢየሱስ ክርስቶስ አምላክና አባት ይባረክ። Efesoon 1: 3 “Waaqayyoof, abbaa

YESUUS KIRISTOOS EENYU?

YESUUS KIRISTOOS EENYU? ………………………………………… “Yesuus Kiristoos uumama malee uumaa miti”. 1. Qorontos 2ffaa 1: 3 “Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaa araara hundumaaf, Waaqayyo jajjabina hundumaaf galanni haa ta’u!” “የርኅራኄ አባት የመጽናናትም ሁሉ አምላክ የሆነ የጌታችን የኢየሱስ ክርስቶስ አምላክና አባት ይባረክ።” — 2ኛ ቆሮ 1፥3

YESUUS KIRISTOOS EENYU? 

YESUUS KIRISTOOS EENYU? Kutaa 2ffaa “Yesuus Kiristoos uumama malee uumaa miti”. 1. Qorontos 2ffaa 1: 3 “Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaa araara hundumaaf, Waaqayyo jajjabina hundumaaf galanni haa ta’u!” Efesoon 1: 3 “Waaqayyoof, abbaa gooftaa, keenyaa Yesus Kristos isa karaa Kristos eebba hafuuraa hundumaan,

GARAAGARUMMAA WAAQAYYOO FI YESUUS JIDDUU JIRU

1 GARAAGARUMMAA WAAQAYYOO FI YESUUS JIDDUU JIR Kutaa 1ffaa 1:- Waaqayyo namaa miti. Hosee’a 11:9 “Ani dheekkamsa koo isa boba’aa gad hin dhiisu, deebi’ee Efreemin hin balleessu; ani Waaqayyoo dha malee, nama miti; ani isa qulqulluu si gidduu jiruu dha, ani ija aariitiin hin dhufu.” :-

Barsiisa Iyyasuus kiristoos

Barsiisni Iyyasuus kiristoos maal ture? Xiyyeeffannoon guddaan barsiisa Iyyasuus kiristoos, waa’ee Tokkochummaa Rabbii akka ta’e Qur’aanaa fi macaafa keessattis dubbatamee jira. Mee haa ilaalluu! ” Yesus deebisee, “Inni hundumaa irra caalu, ‘Dhaga’i, yaa Israa’el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha. ” (Wangeela Marqoos 12: 29)

Nageenya amantaa kamtu labsa?

LUBBUU AJJEESUU FI BALLEESSUU EENYUTUU AJAJA? {Qur’an Vs Bible} Maqaa Rabbii akkaan Mararfataa akkaan Raahmata Godhaa ta’eetiin. Hordoftoonni Amantii Kiristiyaanaa Yeroo baay’ee Amantiin islaamaa kan babal’atte Lubbuu namaa Ajjeesuu fi Ballleessuun Babal’ate, Akkasuma Qur’aanni Kabajamaan Lubbuu Ajjeesutti Ajaja Jedhanii Wanta Bu’uuraa Fi Ragaa hin qabne Odeessaa

AA’ISHAAN UFFATA ABBAA WARRAA ISHEE, KAN NABIYYII MUHAMMAD MAALIIF QULQULLEESSITE? 1FFAA

QULQULLINNA UFFATA NABIYYII KEENYAA (SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM) KUTAA TOKKOFFAA. Akka kiristaanonni naamusa hin qabne tokko tokko jedhanitti, aa’ishaan uffata nabiyyii Muhammad (sallallaahu aleyhi wasallam) irraa bishaan sanyii kormaa rigdee miicciti jedhan. Isa kanaaf ammoo hadiisa ibnu maajah lakk. 537 akka ragaatti dhiyeeffatan. Wanti yyadni kun itti

Seexanatu Nabiyyii Muhammaditti (sallallaahu aleyhi wasallam) Dhufe Moo Malaa’ikaadha? Kutaa 3ffaa

KUTAA 3ffaa. Ammas gaafii isaan kaasantu jira, innis akkamitti malaa’ikaan bifa namaatiin dhufuu danda’a? kan jedhuudha. Deebiin kanaas macaafuma isaanii keessas jira, garuu isaan macaafa dubbisuu osoo hin taane qabatanii shubbisutti amanu. daani’el 9:21. ”dubbii kanaan kadhachaa utuun jiruu, gabri’el inni nama fakkaate ani duraan mul’atatti

Seexanatu Nabiyyii Muhammaditti (sallallaahu aleyhi wasallam) Dhufe Moo Malaa’ikaadha? Kutaa 2ffaa

KUTAA 2FFAA. Jibriil  gaafa dura nabiyyii keenyatti dhufu qabeenii isaan barsiisee deeme, yeroo lammaffaatti gaafa itti dhufu garuu bifa isaatiin itti mul’atee ture, isa kanaaf ammo ragaan. HADIISA BUKHAARII LAKK. 4. أَنَّ جَابِرَ بْنَ عَبْدِ اللَّهِ الأَنْصَارِيَّ، قَالَ: وَهُوَ يُحَدِّثُ عَنْ فَتْرَةِ الوَحْيِ فَقَالَ فِي حَدِيثِهِ: