Shape

Category: Amantaa Lamaan

SEEXANATU NABIYYII MUHAMMADITTI (SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM) DHUFE MOO MALAA’IKAADHA?

KUTAA TOKKOFFAA DEEBII DUBBII SOBAA KIRISTAANONNI DUBBATANIIF. Akkuuma beekamu yeroo hedduu kiristaanonni dubbii sobaa facaasu, yeroo garii ammo yaada jibba qofaan guutameen ka’anii islaamummaa irratti kijiba labsu, akkuma amantii isaanii keessatti dubbii rabbi dabsuudhaan waaqa baay’isan, islaamummaa keessattis barsiisa haaraa kijibaan guutame facaasuuf dhama’u. Garuu islaamummaan

Dhuguma Yesuus Ilma Waaqaatii?

Kaasahun;-Yesus ilma waaqaati! Malee ilma namaatii miti, Wangeela Yohaannis boqonna 3 lakkofsa 16 Waaqni              biyya lafaa kana akkaan waan jaalateef Ilma isaa tokkicha kenne jedha kanaafu Yesus Ilmawaaqaa ti! Arab;- Isin kiristaana duras ummanni biraa, kan waaqni ilma qaba jedhan

Dhuguma Yesuus dilii(cubbuu) hin dalaginii?

Alamaayyahu;-kitaaba Qulqullus tahee Qur’an keessattis bakki takka ta Yesuus dilii(cubbuu) dalage jettu hin jirtu! Arab;- MashaaAllah! Qur’aanas Qaraatee (dubbistee) jirtaa? Alamaayyahu;-hin Qaraane (hin dubbisne) yeroo Mahbara Quddusaanonni barsiisan suuraa(boqonnaa) tokko tokko jalaa Qabadhe (barreeffadhe). Arab;-Buruk isin hoo? Buruk faan;- eeyyee nutis akkamu isaati! Arab;- wangeela Luqaas

Dhuguma Yesuus Jaartii Qabaa?

Arab;- Iissaan (a.s) Fuudhus fuudhuu baatus nuti Muslimoota nun dinqisiisu Sabaabanis <<Suuraa Al Rakgdii boqonna 13 lakko 38 <> Fuudhuufi ilmas argachuun, sunnaa(karaa) Anbiyoota Rabbiiti, san jechuun kiyya ammoo Iissan (a.s) fuudhe jechuu kiyyaa miti,Garuu fuudhus nun dinqisiisu jechaan jira. Alamayyahu;-Iyyasuus dilii(cubbuu) irraa qulqulluudha, akkamitti jaartii

Gooftaa kan jedhaman hedduudha.

Wal marii Muslimoota fi kiristaanootaa guyyaan gaye, ganama keessa sa’a 3:00 yeroo gahu baay’inni namoota walitti qabamanii haalaan nama gammachiisa Arab:- Jalqabni dubbi maqaa Rabbii Rahgmata qabuuti. Qur’aan suuraa Aali’Imran boq. 3 lakk.85 <<Namni Diinaa Islaamaa dhiisee diinaa biraa barbaadu, namni erga Nabi Muhammad (a.s.w) ergame