Shape
Arkana islama 5nan
1/Shahaadatu Allaah ilaaha illallaahu Muhammadan rasulillaahii ykn Ashaahadu Allaah ilaaha illallaahu waa anna Muhammadan Rasulallaahi
2/Iqaamu salaat (salaata salaatu)
3/Itaa’u zakaat(zakaa baasu)
4/Waa soomuu ramadaan (bati ramadaana soomuu)
5/waa hajjuul beeyti manis taxa’aa ileeyhi sabilaa (hajjii godhu)
1/Antu’uminaa billaahi (rabbitti amanu )
2/waa malaaykatihi (maleeykatti amanu)
3/waa kutubihi (kitaaba afranitti amanu)
Fkn Towraat nabi mussaa irraatti bu’e
Injiil nabi issaa irraatti bu’e
Zabuur nabi Dawuud irraatti bu’e
Furqaan ykn qur’anni nabi Muhammad sallallaahu aleeyhi wasallaam irraatti bu’e
4/waa rusulihi (rasultootatti amanu)
5/wal yoomil akir (guyyaa irraa boodatti amanu)
6/waa bil qadari keeyriihi waa sharrihi minallaahi taa’alaa(kheeyrii taatu sharrii taatus rabbumarraa dhuftee jedhani amanudha)
Harkaana Ihsaana tokko
Ykn ihsaana jechuun tolinnaa jechuudha
1/Anta abudallaah Kaa annakaa tarahuu fa’illaam taakun tarahuu fa’innaahu yaarakaa
Anta abudallaah -fabrichii rabbii ufii gabbaaru
Kaa annakaa tarahuu -akka waan ijaan argutti
Fa’illaam takuun tarahuu-yoo hin arginis
Fa’innaahu yaaraka -innu si arga jechuudha
1/Al islaama (islaama tahu)
2/Wal aqluu (Aqlii qabachuudha)
3/Wa tahzimi (ballagudha umrii gahudha)
4/waa rafuul hadaas(hadaasa ykn najisaa irraa qulqullaa’u fkn hafura namarra bahu
5/Najisaa ofirraa eggaachuudha
Najisnii bakka lamatti qoodama
Najisaa guddaa fi xiqaadha
Najisnii guddaan fkn
Kan akka janabdaa ,heeydii fi nifaasi ykn dhiigaa dahumsaa fi.k.k fa’a
Najisnii xiqqaan – kan wudu’aan namarraa deemudha fkn waan akka sagaraa fi fincaani
6/Owraa sattarachuudha
7/yeroo salaata seenu ykn gahudhaa
8/Qiblaatti garagaaludha
9/Niyyaa tolfachuudha
1/Al qiyaamu ma’al qudraati -dandeetti wajjiin dhabbachuudha
2/waa takbiraatul ihraam-Allaahu Akbar hidhannaa
3/waa qira’aatul fatihaa -fatihaa qara’udha
4/waa ruku’u waa raffii mini -ruku’aa irraa ol deebi’u
5/waa sujudi
6/Al ada’aa saba’aat
Humnaa torbaa irraatti sujududha
7/wal iqtidaal minu
8/wal jalaasat beeynaa sajadateen -sujuda lamaan jidduu ta’uudha
9/waa xumaminaat -xumamina godhu ykn jarjaaru dhabuudha
10/Fii jam’iil harkaan
11/waa tartiib-wal faana ofuudha
12/waa tashahuud akiir wal julus laahu -Attaayyaata boodaf ta’uudha
13/Assalaatu alan nabi -nagaya fi rahmaata ergaama irraatti buusudha s.a.w
14/waa taslimataan waa taslimataan -salaamata lamaan bafatuudha